• Aaf-Gaaffii Adam Mckenzie waliin Kutaa 2fa
    Nov 5 2025
    Torbee dabre Adam Mckenzy, Daarkteera seera seera idl-addunyaa HWPL Victoria keessummaa tafanne, walghuunii afaantaa sababeeffa HWPL (Aadaa Samii, Nageenya Addunyaa, Ifaa Deebisuu) eenyu, maalis kanu fi kkf gaafatne kutaa tokkoffaa isaa dabarsinee turre. Aadam, yaada hirmaattota waligahicha irra turee kan dhaabbata isaanii dinqisiifachiisee fi hojii isaa fuul duraaf illee isa hamlachise tahuu dubbateera.
    Mehr anzeigen Weniger anzeigen
    12 Min.
  • The cervical screening test that could save your life - Ilaalama Gadameessaa(Cervical Screening) kan lubbuu kee baraaruu danda''u
    Nov 5 2025
    Cervical cancer is preventable, but only if you catch it early. Cultural and personal barriers have often meant that women avoid cervical cancer testing. But now with the help of a world-leading test, Australia is aiming to eliminate cervical cancer by 2035. The test is a safe and culturally sensitive option for women from all backgrounds. Best of all it could save your life—or that of someone close to you. - Kaansariin gadameessaa ittifamuu danda'a, garuu yoo daftee qabatte qofa. Dhiibbaan aadaa fi kan dhuunfaa yeroo baayyee dubartoonni qorannoo kaansarii gadameessaa irraa akka fagaatan taasiseera. Amma garuu gargaarsa qorannoo addunyaa irratti adda duree ta'een Awustiraaliyaan bara 2035tti kaansarii gadameessaa dhabamsiisuuf kaayyeffatteetti. Qorannoon kun dubartoota duubbee aadaa hunda irraa dhufaniif filannoo nageenya qabuu fi aadaa kan hin faallessine dha. Hunda caalaa lubbuu kee—ykn kan nama sitti dhihoo jiruu baraaruu dandaʼa.
    Mehr anzeigen Weniger anzeigen
    12 Min.
  • Ijaarsa: Daandii Nageenya Addunyaa
    Oct 29 2025
    Keessummaan keenya har’a Adam Mckenzy, Daarkteera waliigalaa seera idl-addunyaa HWPL Victoria ti. Nutis SBS Afaan Oromoo irraa HWPL (Heavenly Culture, World Peace, Restoration of Light) eenyu, maalis hojjeta kan jedhuu fi kkf? gaafatneen maqaan keenya “heavenly” yeroo jedhu amanitin waan walitti hidhata qabu namootni se’an jiru, garuu amantiis tahe siyaasa waliin hindhata tokko hin qabu jechuun ibse Adam. Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniin wali hidhata qaba, waa’ee nagaa irrattis hojjeta jedhe Adam. Gaaff fi Deebii bali’naan kaafne itti dhihaadhaa.
    Mehr anzeigen Weniger anzeigen
    16 Min.
  • How do you legally change your name in Australia? - Akkamitti seeraan maqaa kee jijjiirratta?
    Oct 27 2025
    Choosing to legally change your name is a significant life decision that reflects your personal circumstances. Each year, tens of thousands of Australians lodge an application through the Registry of Births, Deaths & Marriages. If you’re considering a change of name, this episode takes you through the process. - Maqaa kee seeraan jijjiiruu filachuun murtoo jireenyaa guddaa haala dhuunfaa kee calaqqisiisu dha. Lammiileen Australia kuma kudhaniin lakkaa’aman waggaa waggaan karaa Galmee Dhalootaa, Du’aa fi Gaa’elaatiin maqaa jijjiirratu. Yoo kan maqaa kan kee ykn akaakayyoo kee jijjiirrachuu barbaaddee qophiin kun daandii si qajeelcha.
    Mehr anzeigen Weniger anzeigen
    10 Min.
  • #95 Under the stars (Med) - #95 Urjii halkanii (Giddu-galeessa afaanii)
    Oct 22 2025
    Learn how to talk about the night sky and stargazing. - Waa'ee samii halkanii fi urjii ilaaluu akkamitti akka dubbattu baradhu. Qophii kana dhaggeeffachuun jechoota fi akkaataa waliin dubbannaa hedduu irraa barattu.
    Mehr anzeigen Weniger anzeigen
    12 Min.
  • Bonus Practice: #96 At a swimming lesson (Med) - Shaakala dabalaa: #96 Bakka leenjii bishaan daakaatti(giddu-galeessa barmoota afaanii)
    Oct 22 2025
    Practise speaking the dialogue from episode #96 At a swimming lesson (Med). - Barmoota Afaanii akeekkatee qophii #96 bakka leenjii bishaan daakaa jedhu qophaawe irraa waliin dubbannaa dhaggeeffachuun akkaataa itti dubbatan shaakaltu.
    Mehr anzeigen Weniger anzeigen
    4 Min.
  • #96 At a swimming lesson (Med) - #96 Bakka leenjii bishaan daakaatti(giddu-galeessa barmoota afaanii)
    Oct 22 2025
    Learn how to talk about swimming in English. - Learn how to talk about swimming in English.
    Mehr anzeigen Weniger anzeigen
    15 Min.
  • Understand Aboriginal land rights in Australia - Australia keessatti Mirga dachee Aboriginaa hubachuu
    Oct 22 2025
    You may hear the protest chant, “what do we want? Land rights!” —but what does it really mean? Land is at the heart of Aboriginal and Torres Strait Islander identity, culture, and wellbeing. Known as “Country,” it includes land, waterways, skies, and all living things. In this episode of Australia Explained, we explore Indigenous land rights—what they involve, which land is covered, who can make claims, and the impact on First Nations communities. - Lallaba mormii “maal barbaadna? Mirga dachee!” jedhu tarii dhageessee jirta taha – garuu dhugumaan kun maal jechuun dha? Dacheen handhuura eenyummaa, aadaa, fi nagahooma Aboriginal fi Torres Strait Islander ti. “Biyya” kan jedhamu, dachee, galaana, samii, fi umama jiru hunda dabalee ti. Qophii Australia Ibsamuu jedhu kana keessatti, mirgoota lafaa kan Abbootii dachee – maalfaa akka isaan of keessaa qaban, dachee akkamii akka dabalee jiru, eenyu falmachuu danda’aa, fi dhiibbaa inni Hawaasa Saboota Jalqabaa irratti qabu sakatta’uu yaalla.
    Mehr anzeigen Weniger anzeigen
    9 Min.