SBS Afaan Oromoo Titelbild

SBS Afaan Oromoo

SBS Afaan Oromoo

Von: SBS
Jetzt kostenlos hören, ohne Abo

Über diesen Titel

Oduun bilisaa fi seenaa, sagalee SBS irraa, jireenya Austraaliyaa keessaa waliinii fi hawwasa Oromoo Austraaliyaan walitti si hidha.Copyright 2026, Special Broadcasting Services Politik & Regierungen
  • Tajaajila kennitootaa fi hawaasa keenya wal agarsiisuu ture kaayyoon qophii keenyaa jedhu obbo Nasir Kaliil
    Feb 18 2026
    Sanbata duraa dabre qophii odeeffatnoo hawaasaa qopheessaa jiran irratti laallee argatneen qopheessitoota qophichaa kan tahan keessummoota lama dubbisuun keenya ni yaadatama. Isaanis Obbo A/Salaam Alii fi Obbo Tafaayee Dafaa turan. Barbaachisummaa qophii kanaaf akkamitti akka deemuuf jedhu fi kkf bal'inaan ture kan ibsan. Har'a Obbo Naasir Kaliili itti baha qophii kanaa gaafatne ibsan.
    Mehr anzeigen Weniger anzeigen
    12 Min.
  • How to recover from bushfires - Ibidda bosonaa irraa akkamiin dandamattan - Australia Explained
    Feb 18 2026
    Australia’s hot, dry climate and unique landscapes make it one of the most bushfire-prone countries in the world. As climate change drives higher temperatures and drier conditions, we can expect more frequent and more intense bushfires in the future. But once the fire is out, how do you return home safely, find support, and look after yourself? - Australia qilleensa ho’aa, gogaa fi teessuma lafaa adda tahe qabaachuun biyyoota addunyaa keessaa kanneen heddumminaan abidda bosonaa qabaatan keessaa tokko ishee taasisa. Akkuma jijjiiramni qilleensaa ho’a qilleensaa gogaa tahee fi haala qilleensaa gubaa tahe argamsiisaa deemuun gara fuulduraaf abidda bosonaa yeroo hedduu qabaachuun kan nuti eegnu taha. Garuu erga abiddi dhaameen booda akkamiin nagaan gara qe’ee keetti deebita, gargaarsa akkamiin barbaaddatta, akkamiin of kees gargaarta?
    Mehr anzeigen Weniger anzeigen
    13 Min.
  • Odeeffatnoo hawaasaaf barbaachisu qopheessaa jirra- ob. Tasfaayee Dafaa fi ob.A/Salaami Ali
    Feb 11 2026
    Konferensii Odeeffantoo hawaasaa qopheessaa jirra kan jedhan qopheessitoota qophii kanaa namoota Lama dubbifne. Isaanis obbo Tasfaayee Dafaa fi Obbo A/Salaam Ali ti. Sanbatta duraa fuula keenya dura jiru, odeeffannoo hawaasa keenyaaf kan kennan qaamota tajaajila mootummaa tahan kanneen akka Service Victoria(dhimma Centrlink) waliin wal qabate akkasumas tajaajila adda addaa irraa kanneen argaman afeeramuu obbo Tasfaayee fi obbo A/Salaam aaf-gaaffii taasifneef keessatti ibsaniiru.
    Mehr anzeigen Weniger anzeigen
    23 Min.
Noch keine Rezensionen vorhanden